Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Fooramiin Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti gaggeeffamaa jira.
Fooramichi mata duree “Guddina Magaalotaa Olka’insa Itiyoophiyaaf! jedhuun gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faarahi fi Pireezidaantii Naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa dabalatee hoggantoonni olaanoon Mootummaa Federaalaa, naannolee fi qooda fudhattoonni biroon fooramicharratti hirmaachaa jiru.
Beezaawiit Kabbadaatiin
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.