Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Fooramiin Xaanaa 11ffaan mata duree ‘Afrikaa sirna jijjiiramaa addunyaa waliin’ jedhuun Bahir Daarii fi Finfinneetti taa’amaa ture xumurameera.
Yaa’ichaan dhimmoonni Afrikaa sirna addunyaa keessatti fayyadamoo taasisuu danda’an dhiyaachuun irratti mari’atameera.
Hoggantoonni biyyoota garaagaraa, hayyonnii fi Ministiroonni waltajjicharratti argaman muuxannoo isaanii yaa’ichaaf qoodaniiru.
Afrikaanonni waltajjiiwwan akkanaa caalmaatti babal’isuu qabu jedhan Pireezidaantiin duraanii Maalaawwii fi miseensi boordii fooramichaa Jooyis Baandaan sirnicharratti argamuun ergaa dabarsaniin.
Qaamolee fooramichi milkiin akka xumuramu qooda qaban hunda galateeffataniiru.
Ashannaafii Shibbiruutiin.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.