Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Gamaaggamni raawwii hojii bara 2017 Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti eegaleera.
Gamaaggamni raawwii hojii waggaa bara 2017 kun bakka Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi hoggantoonni naannichaa argamanitti eegalame.
Bara 2017 qormaanni hedduun jiraatus, milkaa’inaan ceenerra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Hojii mootummaas ta’ee Paartii keessatti hanqinaalee bara kana mudatan bara dhfutti nu waliin ce’uu hin qaban jechuu isaanii ragaan BKO irraa argame ni mul’isa
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.