Ganamaa eegalee hanga ammaatti Biqiltuuwwan miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 3 dhaabaman

Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Sagantaa Dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti biqiltuuwwan miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 3 dhaabaman.

Namoonni miiliyoonni 4.3 ta’an dhaabbicharratti hirmaatan.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment