Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Sagantaa Dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jiruun hanga sa’aatii 5:00tti biqiltuuwwan miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 55.5 dhaabaman.
Namoonni miiliyoonni 14.9 ta’an dhaabbicharratti hirmaatan.
Lafa hektaara kuma 200 fi Kuma 49 irraa dhaabbate
#Oromia #Ethiopia