Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha ramaddii xumuraa gulaallii Waancaa Addunya gita Burkiinaa Faasoo waliin ni taphata.
Waaliyaawwan har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee morkiin gaggeessan ni eegama.
Itiyoophiyaan qabxii 9 walitti qabachuun sadarkaa 5ffaarraatti kan argamtu yoo ta’uu, Burkiinaa Faasoon qabxii 18 walitti qabachuun sadarkaa 2ffaarra jirti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.