Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
Welcome to Fana Media Corporation S.C
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a Garee Biyyaalessa Giinii waliin taphata
By
Tsehay Guluma
on October 12, 2024
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 3ffaa har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee Garee Biyyaalessa Giinii waliin taphata.
Taphni deebii Kibxata dhufu taphatama.
#Oromia
#Ethiopia
Oduu biyya keessaa
Share
Related Posts
Akkaataan Hawaasni Harargee fardeen gaara Qundhudhoo itti tursiise kan dinqisiifamuudha – Dooktar Abiy Ahimad
Godinichatti Balaa Konkolaataa mudateen lubbuun namoota 11 darbe
Guddummaa Itiyoophiyaa irra deebiin mirkaneessuuf waloon dhaabbachuu qabna- Dooktar Abiy Ahimad
Dooktar Abiy Ahimad Holqa Naasii’ool daawwatan
Milkaa’inoota imaammata fiskaalaa fi tarkaanfilee faayinaansii waggoota jijjiiramaa…
Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa dhaloota kanaan deebi’a – Jeneraal Yimar Makonniin
Abbaan Taayitichaa daandiiwwan keessa keessaa dallaan cufamanii turan kuma 1 ol bansiise
Comments
(0)
Add Comment