Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Iid Al-Faxir 1447ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Giifti Duree Zinnaash gama miidiyaa hawaasummaa isaaniitiin hordoftoota amantaa Islaamaa maran baga ayyaana Iid Al-Faxiriin nagaan geessan jedhaniiru.
#Oromia #Ethiopia