Gincii 1 – 0 Haraa

Finfinnee,  Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Ginciin  Magaalaa Haraa injifate.

Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa jiruun Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gincii galchii 1 fi 0n Kilaba Magaalaa Haraa injifateera.

Shaampiyoonaan Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Kilaboonni Naannoo Oromiyaa itti hirmaataan Kibba Itiyoophiyaa Magaalaa Jinkaatti taphatamaa jira.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment