Godina Gujiitti qonna Arfaasaatiin lafti heektaarri kumni 200 ol misoome

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC)- Godina Gujiitti qonna Arfaasaatiin lafti heektaarri kumni  200 ol misoome.

Godinichatti bara kana lafti heektaarri kuma 200 fi kuma 58 ol oomisha garaagaraatiin uwwifamuu Itti Gaafatamaan waajjira Qonnaa Godinichaa obbo Dastaa Gaabaryaas himaniiru.

Oomisha kuntaala miiliyoona 4.2 ol sassaabuuf karoorfamuus ibsaniiru.

Qonnaan bultoonni godinichaas qonna arfaasaarraa  fayyadamoo ta’uu dubbataniiru.

Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Gujiitti hojii Misooma garaagaraa daawwaachaa jiru.

Midhaagsaa Qachaatu gabaase.

Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment