Godina Wallagga Bahaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Godina Wallagga Bahaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.

Duulli dhaabbii biqiltuu kun bakka Sadarkaa Itti aanaa Pireezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaa Kilaastara Magaalaa obbo Masfin Malakuufi hoggantoonni godinichaa argamanitti eegale.

Duula kanarratti kutaaleen hawaasaa garaagaraas hirmaachaa jiru.

Tesfaayee Fiqaaduutu Gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment