Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Godinaalee Shawaa Kaabaafi Shawaa Kibba Lixaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Duulli kun Aanaalee Godina Shawaa Kaabaa hunda keessatti kutaalee hawaasaa garaagaraa hirmaachisuun gaggeeffamaa jira.
Haaluma walfakkaatuun duulli kun Godina ShawaaKibba Lixaa Aanaalee hunda keessatti hawaasa hirmaachisuun gaggeeffamaa jira.
Godinichatti duula kanaan biqiltuuwwan miiliyoona 8 fi kuma 400 dhaabuuf hojjetamaa jira.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.