Godinaaleen Oromiyaa Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO’f deeggersa kennan

Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Sagantaan beekamtii kennuu fi walharkaa fuudhinsa deeggarsa mana barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffameera.
Godinaaleen Naannoo Oromiyaa galteewwan nyaata barattootaa teessoowwan fi meeshaalee biroo birrii miiliyoona 33 olitti tilmaamaman Mana Barumsichaaf deggersaan kennaniiru.
Saganticha irratti hundeessaa fi Walitti Qabaa Boordii Waldaa Misooma Oromiyaa Abbaa Duulaa Gammadaa dabalatee keessummoonni garaagaraa argamaniiru
Naa’ol Amsaaluutu gabaase
Comments (0)
Add Comment