Guraandhalli 12 Itiyoophiyaaf dabarsanii of kennuun murtoo guddaa ta’uu kan nu barsiisedha- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Guyyaan yaadannoo wareegamtootaa Guraandhalli 12 Itiyoophiyaaf dabarsanii of kennuun murtoo guddaa ta’uu kan nu barsiisedha jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.

Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, baga guyyaa yaadannoo wareegamtootaa 89ffaa Guraandhala 12 geessan jedhaniiru.

Karoora biyyaalessaaf of kennuun Itiyoophiyaa keessa kan ture, lammiilee tokkummaafi guddina isheef hojjetaniin har’as wayita ibsamu kan argimuu fi humna cimaa boru ammoo jaalala Itiyoophiyummaan jabaatee jiraatu ta’uu ibsaniiru.

Gootonni beekumsaafi hojii bara keenyaa karoora Itiyoophiyaafi abdii keenya ceesisuuf xomboora wareegama kaleessaa jaalala ogummaafi hojiin itti fufsiisaa jechuun dhaamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment