Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Guyyaa boruu guyyaa yaadannoo goototaa 84ffaa sababeeffachuun madfiin si’a 21 akka dhukaafamu Ministeerri Raayyaa Ittisaa beeksise.
Ministeerichi Faanaa Diijitaaliif akka ibsetti, guyyaa yaadannoo goototaa 84ffaa sababeeffachuun boru ganama sa’aatii 12:00 irratti madfiin si’a 21 ni dhukaafama.
#Oromia #Ethiopia