Guyyaan Cichoominaa magaalotaa fi Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) – Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa magaalotaa fi Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.

Kutaalee Bulchiinsa magaala Shaggar, Bishooftuu, Asallaa, Jimmaa, Godina Baalee dabalatee guutuu Oromiyaatti mata duree ‘Bu’uura Cimaaa Biyya Jabduu ‘ jedhuun kabajamaa jira.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment