Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Israa’eel waliin mari’ataniiru.
Hariiroo biyyoota lamaanii ilaalchisee marii bu’aa qabeessa taasisuu Dooktar Abiy ibsaniiru.
Hariiroon seenaa fi michummaan biyyoota lamaanii baroota lakkoofsise har’as itti fufa jedhan.
Tumsi biyyoota lamaanii damee Diinagdee, Siyaasaa, Dippiloomaasii, hawaasummaa fi dameewwan biroon cimee kan itti fufu ta’uu eeraniiru.
#Oromia #Ethiopia