Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa olaanaa mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Itiyoophiyaan hidha haaromsaa eebbisuun, Yaa’ii Qabeenya Qilleensaa sirnaan keessummeessuu fi Piroojektoota biroo milkiin xumuruu isheetti baga gammaddan jedhan Antooniyoo Guutareez.
Dhimmoota waloo fi naannawaarrattis mari’ataniiru.
#Oromia#Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.