Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) –Kaaba Hindii kutaa bulchiinsa Utaaraakhaanditti Heeliikooptarri kufee caccabuun lubbuun namoota 7 darbeera.
Heeliikoptarittiin balallii eegaltee daqiiqaa muraasa keesatti kuftee caccabuun balaa kana qaqqabsiisuu Abbaan Taayitaa naannawichaa ibse.
Sirna Amantii Hiinduu jedhamurratti hirmaachuuf gara Guupikaash jedhamutti imalaa kan turan namoonni 7 lubbuun darbuu Reuters gabaaseera.
Malaakuu Gadiftu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.