Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Hoggantoonni Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Ministira Dhimma Alaa Itti aanaa Ameerikaa Kiristoofar Laandaaw waliin mari’ataniiru.
Kiristoofar Laandaaw Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Masfin Xaasoo fi hoggantoota olaanoo daandii qilleensichaa biroo waliin mari’atan.
Marii isaaniin guddina aviyeeshinii cimsuufi carraalee uumuu irratti haala waliin hojjechuu danda’an irratti mari’achuu Daandiin Qilleensichaa ibseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.