Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC)- Hoggantoota biyyoota garaagaraa Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanirratti hirmaatan waliin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, gochi kun Sirna nyaataa itti fufiinsa qabuu fi qormaatilee dandamachuu danda’u ijaaruu fi eegumsa naannoof gahee olaanaa qaba jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.