Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Xiiqii waggoota hedduu Itiyoophiyaanotaa kan ture ijaarsi Hidha Haaromsaa xumuramee sirni eebba isaa Gubaatti geggeeffamaa jira.
Sirna eebbaa kanarratti hoggantoonni biyyootaa fi dhaabbilee idil addunyaa adda addaa argamaniiru.
Haaluma kanaan:-
• Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo
• Pireeezidaantiin Jibuutii Ismaa’el Umaar Gellee
• Pireezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud
• Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Mayaardiit
• Ministirri Muummee Iswaatiinii Ruseel Miisoo Dilaamiinii
• Ministirri Muummee Barbaadoos Amoor Mootilii
• Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf fi kanneen biroon argamaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.