Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Kurmaana 1ffaa bara 2018 keessa hojiileen bu’aa qabeessi fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hojjetaman jedhan Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii karoora bara 2018 gamaaggamaa jira.
Baatilee ganna darbee keessa dhimmoota jireenya hawaasaarratti dhiibbaa uumuu danda’an adda baasuun hojiileen fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan raawwatamuu ibsan Kantiibaan Magaalichaa Adaanech Abeebeen.
Qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf baay’inaan oomishuu, hojmaata badaa gabaarratti raawwatamu to’achuu fi jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiileen hedduun hojjetamuu eeran.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.