Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) – Sagantaan Ifxaraa guddichi daandirraa 6ffaan Magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Ifxarri guddaan kun mata duree ‘Najjaashii kabaja biyyaaf’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Saganticha Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaatu Mana Maree Dargaggoota Islaamaa Itiyoophiyaa waliin ta’uun qopheesse.
Sirni Ifxaraa Daandiirraa kun duudhaalee Islaamummaa kan guddisuu fi waloomaa cimsuuf gahee olaanaa qabaachuu ibsame.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.