Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa Ijiptii fi Itiyoophiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Ijiptiin xumurame.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ijipti rukkuttaa adabbii walitti aansuun argate lama galchiitti jijjiiruun galchii 2 fi 0n Garee Biyyaalessa Itiyoophiyaa injifateera.
Haaluma kanaan morkiin yeroo 20ffaaf biyyoota lamaan gidduutti taasifame olaantummaa warra Fara’oonootaan xumurameera.
#Oromia #Ethiopia