Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Iraan Buufata Waraanaa Ameerikaa Kuwaataaritti argamurratti haleellaa raawwatte.
Iraan buufata waraanaa Ameerikaa Kuwaataaritti argamurratti haleellaa misaa’eloota 6 raawwateerti.
Haleellichi Ameerikaan Foordoowu dabalatee buufataalee niwukilaaraa Iraan Naataanzi fi Isfahaatti haleellaa boombii raawwatteef haaloo ba’uuf ta’uu BBCn gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.