Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Itti aanaan Ameerikaa Kiristoofer Laandaw waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin, haala biyyoonni lameen hariiroo gamlamee cimsuu danda’anirratti mari’atan.
Dabalataanis qaamoleen lameen dhimmoota waloo naannawaa irratti mari’achuu Ministeerri Dhimma Alaa Faanaa Diijitaaliif ibseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.