Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 ‘n Meedaaliyaa Nahasaa argatte

Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaan meedaaliyaa Nahasaa argatteetti.

‎Dorgommii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaan Itiyoophiyaa bakka bu’uun Atileet Simboo Alamaayyoon sadaffaa bahuun Meedaaliyaa Nahasaa argamsiisuun ishee ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment