Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan galmoota misooma waaraa ishee galmoota misooma waaraa mootummoota Gamtoomanii waliin walsimsiisuun hojjetaa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan FDRI Tamasgeen Xirunaan.
Waltajjiin gamaaggama gamlmoota misooma waaraa biyyaalessaa 3ffaan gaggeeffameera.
Waltajjicharraa duub deebii fi muxannoon argameera jedhan obbo Tamasgeen.
Biyyoonni miseensaa hundi hojiirra oolchaa kan jiran ajandaan misooma waaraa 2030 kan adda hin baanee fi amaloota hundagaleessa kan qaban galmoonni 17, kaayyoowwan 169 fi agarsiiftuuwwan 230 kan hammaateedha.
Itiyoophiyaanis galmoota kanneen kan mootummoota misoomaa waliin walsimsiisuun hojjeraachuudha obbo Tamasgeen ibsan.
Leeyikuun Alemtu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.