Finfinnee, Sadaasa 12, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Biskileetii Afrikaa 19ffaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa warqee 2ffaa galmeessite.
Dorgommii daandirraa kiiloomeetira 64.5 dargaggoota guddattootaa gidduutti gaggeeffameen shamarraniin Tsiggee Kaahisaay dursummaan xumurteetti.
Tsiggee Kaahisaay dorgommii kalessaa gaggeeffameen meedaaliyaa warqee argachuun ni yaadatama.
Qisaannat Girmaay sadarkaa 3ffaan yoo xumurtu Raaheel Taammanaa sadarkaa 4ffaan xumuraniiru.
Warqinaa Gaashaawuuntu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.