Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Tookiyoo gahe

Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Imaltoonni jalqabaa jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaatu Jaappaan Magaalaa Tookiyoo gaheera.

Jilli garee Atileetiksii kun wayita buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Naareetaa gahu Jaappaanitti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa Dhaabaa Dabaleen simatameera.

Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaan Fulbaana 3, 2018 gaggeeffamuu eegala.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment