Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Dursaa Garee taphattoota Liiverpuul kan ture Joordaan Hendarsan jijjiirraa bilisaan Bireentifoorditti makame.
Taphataan sarara gidduu lammiin Ingiliiz Joordaan Hendarsan Ayaaks Ambastardaamiin erga adda bahe jijjiirraa bilisaan Bireentifoorditti makameera.
Hendarsan turtii waggoota 12 Liiverpuul keessa tureen Waancaa Piriimeer Liigii, Shaampiyoonsi Liigii, FA dabalatee waancaalee hedduun milkeesseera.
Bara faranjootaa Liiverpuul gadi lakkisuun Kilaba Saa’ud Arabiyaa Al Itiifaaqitti makamus waggaa tokko keessatti Ayaaksitti makamuu isaa BBCn gabaaseera.
Joordaan Hendarsan Bireentifoordi waliin waliigaltee waggaa lamaa mallatteessera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.