Joorji Eeloombiin Pireezidaantii Baankii Afriiegziim ta’an

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Lammiin Kaameeruun Joorji Eeloombiin Pireezidaantii Baankii Afriikaa Ekspoortii Impoortii ta’uun filataman.

Eeloombiin waggoottan kurnan darbaniif Pireezidaantii baankichaa fi dura taa’aa Boordii Daayrekterootaa kan turan Piroofeesar Beeneediiktii Ooraamaahii bakka bu’uun filataman.

‎Eeloombiin waggoottan 20 darbaniif pireezidaantii itti aanaa baankichaa fi sadarkaa garaagaraatti tajaajilaniiru.

Pireezidaantii 4ffaa baankichaa ta’uun filatamuu isaaniiti.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment