Kabaja guyyaa Saboota,Sablammootaafi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti

Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti mata duree ‘Waliigaltee dimookraatawaa tokkummaa sabdaneessaaf’ jedhuun magaalaa Bulee Horaatti kabajamaa jira.

Sagantaa kabaja kana irratti Af’yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Agenyaaw Tashaagar, Af’yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahamaan dabalatee Hoggantoonni Federaalaa fi Naannoo Oromiyaa akkasumas Abbootiin Gadaa, haadholeen Siinqee,saboonni naannoo adda addaarraa dhufani fi keessummoonni  biroon argamaniiru.

Guyyaan sabootaa fi sablammoota Itiyoophiyaa 20ffaan sadarkaa biyyaalessaatti Sadaasa 25, 2018 eegalee naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti kabajama.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment