Kantiibaawwan Afrikaa muuxannoo Biiroo Galiiwwanii Finfinnee qooddatan

Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Kantiibaawwan magaalootaa fi bulchitoonni naannolee Afrikaa muuxannoo qooddachuuf gara Finfinnee dhufan hojiilee riifoormii Biiroon Galiiwwanii hojjetaa jiru daawwatan jedhan Kantiibaan magaalichaa Adaanech Abeebeen.

Hojiilee sassaabbii galii teeknooloojiin deeggaramuun hojjetamaa jiraanii fi bu’aalee hojiilee riifoormii biirichaa daawwachuun muuxannoo qooddachuu isaanii ibsan.

Jilli kun dabalataan Paarkiwwan Inxooxxoo, Piikook, Araadaa, akkasuma Piroojektoota qarqara lagaa erga daawwatan booda sagantaan gaggeessaa taasifamuufii dubbatan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment