Finfinnee, Onkololeessa 15, 2019 (FMC) – Karoorri of danda’uu waadaa Mootummaan uummataaf gale milkeessa Bulchaan Godina Bahaa Obbo Abdurhamaan Abdallaan.
Gurmaa’insa haaraan tokkummaa keenya haala cimsuu danda’uun kan gurmaa’eefi humna raaweachiisummaa bittinaa’e kan walitti sassaabeedhas jedhan Obbo Abdurhamaan Abdallaan.
Karoora of danda’uu caalmaatti milkeessuufis humnoota misoomaafi waloo qindeessinee hojjachuu murteessaa ta’uu eeruu ragaan TKO irraa argame ni mul’isa.
Akkasumas ummataafi hoggansa kan walitti dhiyeessuun waliin gahiinsa tajaajila ummataaf bu’aa guddaa kan buusu ta’uu kaasan gamaggama raawwii hojii geggeeffamaa jiru sababeeffachuun yaada kennaniin.
#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa