Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa bara 2017 kan ta’e Kilaba Kubbaa Miillaa Magaalaa Nageellee Arsiif simannaa ho’aan taasifameera.
Kilabiin Kubbaa Miillaa Magaalaa Nageellee Arsii guyyaa kaleessaa galchii 3 fi 1n Shaggar injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa bara 2017 ta’uun ni yaadatama.
Kilabichi wayita magaalaa Nageellee Arsii gahu hawaasni magaalattiifi naannawaa ishee simannaa ho’aa taasiseefiira.
Lewii Ballaxaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia