Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) –Dura Taa’aan Komishiniin Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Itiyoophiyaanotaan baga geessan jedhan.
Ummannii fi Mootummaan Itiyoophiyaa baga bara haaraa 2018 nagaan geessan jedhan.
Barichi bara nageenyaa, jaalalaa, misoomaa fi tokkummaa akka ta’u hawwaniiru.
Mahaammad Alii Yuusuuf, Itiyoophiyaan jijjiiramaa fi tokkummaa Afrikaaf gumaacha taasisaa jirtu caalmaatti cimsitee akka itti fuftu gaafataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.