Finfinnee, Sadaasa 18, 2019 (FMC)- Koreen Hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegaleera.
Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, har’a koreen hoji raawwachiiftuu paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegalleerra jedhan.
Walga’ichi Kallattii tarsiimoo Paartii Badhaadhinaa fi dhimmoota waqtaawaarratti kan xiyyeeffatu ta’uu ibsaniiru.