Laarii Eeelisan sadarkaa sooressummaa Elan Maski irraa fudhate

Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) –Dureessummaan addunyaarraa sadarkaa jalqabaarra kan ture Elan Maski hundeessaa dhaabbata Ooraakil kan ta’e Laarii Eelisaniin caalame.

Qabeenya waliigalaa Doolaara biiliyoona 300 fi biiliyoona 85 kan qabu Elan Mask Laarii Eelisaniin Doolaara biiliyoona 8 caalamuun sadarkaa isaa gadi lakkiseera.

Akka gabaasa guyyaa kaleessaa baheetti qabeenyi waliigalaa Laarii Eelisan Doolaara biiliyoona 300 fi biiliyoona 93 qaqqabuun dureessa addunyaa sadarkaa jalqabaarra gahe ta’uu isaa CNN gabaaseera.

Abeel Nawaayiin.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment