Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Tapha mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal Leeverkuusaan waliin qixa bahe.
Arsenaal taphoota Shaampiyoonsi liigii bara kanaan yeroo jalqabaaf qabxii qooddachuu isaati.
Tapha har’a taphatameen galchii tokko qixa baheera.
Indiriich Leeverkuusaaniif galchii tokko yoo galchu, Kaay Havarti rukkuttaa addabbiin kilaba isaa duraaniiratti galchii tokko galcheera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.