Liiverpuul 2 – 1 Woolviis

Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin Liiverpuul Woolviis injifachuun dursummaa isaa cimsateera.

Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 25ffaa har’a waaree booda sa’aatii 11:00 eegalee taphatameen Liiverpuul galchii 2 fi 1n Woolviis injifateera.

Kana hordofee garaagarummaa Arsenaal waliin qabu gara 7tti bal’ifateera.

#Oromia #Ityoophiyaa

Comments (0)
Add Comment