Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Leenjisaan kubbaa miilaa lammiin Ingiliz Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigalaniiru.
Ga’eessa umrii waggaa 41 kan ta’an Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigaluu BBC’n gabaaseera.
Leenjisichi yaada kennaniin “kilaba shaampiyoonaa addunyaa ta’e leenjisuuf carraan argadhe ofirra hin dabarsu” jedhan.
Sa’aatiiwwan itti aananitti waliigaltee mallatteessuun kilaba Lixaa Landan ifatti kan fudhatan ta’uunis eerameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.