Loojiin Nii’iin Lee Palm hawaasa naannawichaaf carraa hojii bal’aa uume- Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Loojiin Nii’iin Lee Palm hawaasa naannawichaaf carraa hojii bal’aa kan uumedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, dhiyeenyi Loojiin Nii’iin Lee Palm Paarkii Biyyaalessaa Awaashiif qabu daawwattootaaf haala mijataa uumuurra darbee hawaasa naannawichaaf carraa hojii bal’aa uumuu ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment