Luusiwwan Waancaa Afrikaan ala ta’an

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan Waancaa Afrikaa bara 2026 ala ta’an.

Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf carraa argatanitti osoo hin fayyadamiin hafaniiru.

Tapha gulaalii xumuraa har’a Istaadiyeemii Dirre Dhawaatti taphatameen galchii 1 fi 0n injifatamaniiru.

Waliigala tapha dhaqaa galaan galchii 3 fi 0’n injifatamuun Waancaa Afrikaa bara 2026 qopheessummaa Moorookoon gaggeeffamuun ala ta’aniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment