Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz taphoota torbee 12ffaan har’a Maanchiister Yuunaayitiid Eevartan keessummeessa.
Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee taphatamu kun xiyyeeffannoo argateera.
Kilaboonni lamaan taphoota hanga ammaatti waliin taphatan 215 keessaa Yuunaayitiid yeroo 97 yoo injifatu, Eevartan si’a 71 injifachuun yeroo 48 ammoo qabxii qoodataniiru.
Tapha har’aa kana Maanchiister Yuunaayitiid injifachuu akka danda’u xinxaaltoonni Kubbaa Miilaa tilmaama isaanii kaa’aa jiru.
Taphoota Piriimeer Liigichaa hanga ammaatti taphatameen Arsenaal qabxii 29’n yoo dursu, Cheelsiin qabxii 23’n 2ffaa fi Maanchiister Siitiin qabxii 22’n 3ffaarratti argamu.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.