Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaand sagantaa torbee jalqabaan Maanchistar Siitiin Woolvisiin goolii 4 fi 0’n injifate.
Tapha Maanchistar Siitiifi Woolvis galgala kana sa’aatii 1:30 irratti taphatameen Arliing Haalaand goolii lama, Tiijaanii Reendarsiifi Riyaan Cheerkiin ammoo gooliiwwan hafan Maanchistar Siitiif galchaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.