Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Bunni Sidaamaa Machaal injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen Bunni Sidaamaa galchii 2 fi 1’n Machaal injifateera.
Bunni Sidaamaa qabxii 16 walitti qabachuun liigicha dursuu yoo eegalu, Magaalaan Hawaasaa qabxii 13’n itti aana.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.