Magaalaa Finfinneetti guyyaan Alaabaa kabajame

Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti guyyaan alaabaa marsaa 18ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaatti sirnoota garaagaraan kabajameera.

Sagantaa kanarratti Kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa biroon argamaniiru.

Guyyichi mata duree “Alaabaan Keenya bara misiraachoo olka’iinsa Itiyoophiyaa, tokkummaa biyyaalessaa keenyaaf, birmadummaafi haaromsa Itiyoophiyaaf” jedhuun kabajame.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment