Magaalaa Jimmaatti sagantaan Ifxaara daandiirraa gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti sagantaan Ifxaara daandiirraa gaggeeffameera.

Kantiibaan magaalichaa Xahaa Qamar wayita kana sagantaan Ifxaara daandiirraa obbolummaa cimsuurra darbee seenaa waloo ijaaruu keessatti qooda olaanaa qabaachuu ibsan.

Baatii ramadaanaa uummanni musliimaa duudhaalee maaddii qooduu, walgargaaruufi wal deeggaruu raawwachaa turuu yaadachiisan.

Waliif yaaduun wayita ramadaanaa cimee itti fufuu qabas jedhaniiru.

Tasfaahun Kabbadaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment